Miiljalee
b IBSA FAKKII: Obboleessi dargaggeessi Daan jedhamu jaarsoliin lama hospitaala dhufanii abbaa isaa yommuu gaafatan ilaalaa jira. Daan fakkeenyi jaarsolii baayʼee waan isa tuqeef, warra kaan gargaaruuf kakaʼeera. Obboleessi dargaggeessi Been jedhamu immoo gargaarsa Daan warra kaaniif godhu ilaalaa jira. Fakkeenyi Daan, Been Galma Walgaʼii qulqulleessuu irratti akka hirmaatu is kakaaseera.