Miiljalee b IBSA JECHAA: ‘Namummaa moofaa of irraa baasanii gatuu’ jechuun ilaalchaa fi fedhii Yihowaa hin gammachiisne dhiisuu jechuu dha. Kana gochuu jalqabuu kan qabnu cuuphamuu keenya dura dha.—Efe. 4:22.