Miiljalee
a Akkaataan guddinaa keenya maaliyyuu yoo taʼe “namummaa haaraa” uffachuu ni dandeenya. Kana gochuuf yaada keenya irratti sirreeffama gochuu fi fakkeenya Yesuus hordofuuf carraaqqii gochuu keenya itti fufuu qabna. Mata duree kana keessatti fakkeenyota yaadaa fi gocha Yesuus ibsan ilaalla. Erga cuuphamnee booda fakkeenya Yesuus hordofuu keenya itti fufuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼes ni ilaalla.