Miiljalee
a Hojii jaarsoliin nu gargaaruuf cimanii hojjetaniif dinqisiifannaa guddaa qabna! Mata duree kana keessatti, rakkoowwan yeroo baayʼee isaan mudatan afur irratti mariʼanna. Rakkoowwan kana mooʼuuf fakkeenyi Phaawulos ergamaa kan isaan gargaaru akkamitti akka taʼes ni ilaalla. Mata dureen kun hundi keenya miira jaarsolii akka hubannu, jaalala akka isaanitti argisiisnuu fi deeggarsa akka isaaniif goonu nu kakaasa.