Miiljalee
a Hundi keenya iyyuu fakkeenya warra kaanii irraa fayyadamuu ni dandeenya. Taʼus, warra kaanii wajjin wal bira of qabuu irraa fagaachuu qabna. Mata dureen kun wanta raawwanne wanta warri kaan raawwatan wajjin wal bira qabuudhaan gammachuu keenya akka hin dhabne, akkasumas akka hin koorree fi akka abdii hin kutanne nu gargaara.