LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

e IBSA FAKKII: Joon saʼaatii dabalataa hojjeta. Hogganaa isaa gaddisiisuu hin barbaadu. Kanaafuu, Joon yeroo hogganaan isaa galgaleessee akka hojjetu isa gaafatu hundatti tole isaaf jedha. Gaafa sana galgala Toom inni tajaajilaa gumii taʼe jaarsa tokko faana taʼuudhaan obboleettii takka jajjabeessaa jiru. Sana dura Toom galgala tokko tokko Yihowaa tajaajiluudhaan waan dabarsuuf hojii dabalataa hojjechuu akka hin dandeenye hogganaa isaatti himeera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi