LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Waaʼee namoota qorumsa cimaa dandamatanii yeroo yaannu yeroo baayʼee Iyyoobiin yaadanna. Muuxannoo nama amanamaa kanaa irraa maal baranna? Seexanni Yihowaa akka dhiisnu nu dirqisiisuu akka hin dandeenye baranna. Kana malees, Yihowaan wanta nurra gaʼu hundumaa akka beeku nu hubachiisa. Yihowaan akkuma qorumsi Iyyoob irra gaʼaa ture akka dhaabbatu godhe, gaaf tokko rakkoowwan nurra gaʼan hundis akka dhaabbatan ni godha. Kana akka amannu gocha keenyaan kan argisiisnu yoo taʼe, namoota dhugumaan ‘Yihowaa abdatanʼ keessaa tokko taana.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi