Miiljalee
a Seenaa ilmaan namootaa keessatti yeroo adda taʼe keessa jiraanna! Akkuma raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu garaa garaa keessatti ibsametti Mootummaan Waaqayyoo hundeeffameera. Mata duree kana keessatti raajiiwwan amantii Yihowaarratti qabnu nuuf cimsan, akkasumas yeroo ammaattis taʼe gara fuulduraatti tasgabbaaʼuu fi isatti amanamuu keenya itti fufuuf nu gargaaran qorra.