Miiljalee
a Yeroo baayʼee akkaataa jireenyaa keenyaa fi wanta itti amannu “dhugaa” jennee waamna. Warri dhiheenyatti dhugaa dhageenyes taʼe warri umurii keenya guutuu dhugaa keessa jiraanne sababii dhugaa itti jaallannu qoruudhaan faayidaa guddaa arganna. Akkas gochuun keenya Yihowaa duratti fudhatama argachuuf kutannoo goone nuuf cimsa.