Miiljalee
a Jireenyi sirna kanaa baayʼee ulfaataadha. Obboloonni keenya dhiibbaa hedduutu isaanirra gaʼa. Karaa itti isaan jajjabeessinu kan barbaannu yoo taʼe dhugumaan eebba isaaniif taana. Fakkeenya Phaawulos ergamaa qoruun keenya kana gochuuf nu kakaasa.