LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN

Miiljalee

a Obboloota keenya amanuu qabna. Taʼus yeroo tokko tokko waan nu gaddisiisaniif, isaan amanuun yeroo hunda salphaa miti. Mata duree kana keessatti dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu hojiirra oolchuu dandeenyu tokko tokkoo fi fakkeenyota bara durii irratti xiinxaluu dandeenyu tokko tokko ilaalla. Kunis amantii obboloota keenyarratti qabnu cimsachuuf, akkasumas obboloonni keenya yoo nu gaddisiisan deebinee amantii isaanirratti qabaachuuf nu gargaara.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi