Miiljalee
a Warri kaan akka nu amanan yoo barbaanne amanamoo taʼuu keenya argisiisuu qabna. Mata duree kana keessatti wal amanuun keenya baayʼee barbaachisaa kan taʼe maaliif akka taʼee fi amaloonni nama warri kaan amanan taʼuuf nu gargaaran maalfaa akka taʼan ilaalla.