Miiljalee
a Mata dureen kun yaada Yesuus, Yohaannis 5:28, 29 irratti waaʼee “duʼaa kaʼuu jireenyaa” fi “duʼaa kaʼuu murtii” dubbate ilaalchisee hubannoo qabnu kan sirreessudha. Duʼaa kaʼuun kun lamaan maal akka argisiisuu fi eenyuunfaa akka dabalatu baranna.