Miiljalee
c Kanaan dura jechi “murtii” jedhu murtii namoota hammina raawwatanirratti dabarfamu akka argisiisutti yaanna turre. Jechi “murtii” jedhu hiika kanas qabaachuu akka dandaʼu beekamaadha. Haa taʼu malee, Yesuus galumsa kana keessatti jecha “murtii” jedhu kan fayyadame, nama tokko gamaaggamuuf ykn qoruuf of eeggannoodhaan ilaaluu argisiisuufi. Yookiin akka hiikni jechootaa Kitaaba Qulqulluu Afaan Giriikii tokko ibsetti gocha nama tokkoo qoruu argisiisa.