Miiljalee
a Mata dureen kun sagantaa barumsaa isa guddaa Daaniʼel 12:2, 3 irratti ibsame ilaalchisee hubannaa kanaan dura qabnu kan sirreessudha. Wanti kun kan raawwatamu yoom akka taʼee fi kan irratti hirmaatan eenyufaa akka taʼan ni qorra. Sagantaan barumsaa kun warra lafarra jiraatan qorumsa dhumaa xumura Bulchiinsa Barkumee Kiristoosirratti jiraatuuf kan qopheessu akkamitti akka taʼes ni ilaalla.