Miiljalee
b Tarii duʼaa kaʼuun kan raawwatamu namoota amanamoo bara dhumaa keessa duʼanirraa jalqabee gara duubaatti dhaloota dhalootaan taʼuu dandaʼa. Akkas taanaan, dhaloonni hundi namoota dhuunfaatti beekan simachuuf carraa argatu jechuudha. Kitaabni Qulqulluun duʼaa kaʼuun samii ‘dabareedhaan’ akka raawwatamu dubbata; kanaafuu, duʼaa kaʼuun inni lafarraas haaluma akkasiitiin dabareedhaan akka raawwatamu eeguu dandeenya.—1 Qor. 14:33; 15:23.