Miiljalee
a Kitaabni Qulqulluun Kiristiyaanonni abbootii taayitaa iddoo ol aanaa qabaniif, jechuunis mootummoota addunyaatiif akka ajajaman gorsa kenna. Taʼus, mootummoonni tokko tokko Yihowaa fi tajaajiltoota isaa ifatti mormu. Maarree, seera namootaatiif ajajamaa amanamummaa Yihowaadhaaf qabnu eeguu kan dandeenyu akkamitti?