Miiljalee
b IBSA FAKKII: Akkuma baarmeexaan sibiilaa mataa loltuu tokkootiif eegumsa godhu, akkasumas akkuma qofoon doonii dooniin tokko iddoo isaatii akka hin sochoone godhu, abdiin keenyas yommuu qorumsi nu mudatu sammuu keenyaaf eegumsa godha, akkasumas jabaannee akka dhaabbannu nu gargaara. Obboleettiin takka amanannaadhaan Yihowaatti kadhannaa dhiheessaa jirti. Obboleessi tokko Waaqayyo waadaa Abrahaamiif gale akkamitti akka raawwate xiinxalaa jira. Obboleessi kan biraanimmoo eebbawwan argaterratti xiinxalaa jira.