Miiljalee
a Keessumaa gumii keessatti haalli rakkisaan yeroo nu mudatu amanamummaan Yihowaa fi jaarmiyaa isaaf qabnu qoramuu dandaʼa. Mata duree kana keessatti haalawwan rakkisoo nu mudatan sadii fi Yihowaa fi jaarmiyaa isaatiif amanamoo taanee itti fufuuf wanta gochuu dandeenyurratti mariʼanna.