Miiljalee
a Obboloonnii fi obboleettonni hedduun yeroo itti warra isaanii Kiristiyaanota taʼan wajjin uumama ilaaluudhaan dabarsan ni yaadatu. Warri isaanii yeroo akkasiitti uumamatti fayyadamanii waaʼee Yihowaa akkamitti akka isaan barsiisan hin irraanfatan. Ijoollee yoo qabaattan waaʼee amaloota Waaqayyoo isaan barsiisuuf uumamatti fayyadamuu kan dandeessan akkamitti? Mata dureen kun gaaffii kanaaf deebii kenna.