Miiljalee
f Yeroo booda barsiisaan seeraa tokko akkana akka jedhe gabaafameera: “Addunyaarra namoonni akka Abrahaam qajeeloo taʼan yoo xinnaate soddoma taʼu. Soddoma yoo taʼan, anii fi ilmi koo isaan keessaa tokkodha; kudhan yoo taʼan, anii fi ilmi koo isaan keessaa tokkodha; shan yoo taʼan, anii fi ilmi koo isaan keessaa tokkodha; lama yoo taʼan, anaa fi ilma kooti; tokko qofa yoo taʼemmoo, anadha.”