Miiljalee
a Sirna kana keessa yeroo jiraannu rakkinni hin eegamne nu mudachuu kan dandaʼu taʼus, Yihowaan tajaajiltoota isaa amanamoo taʼan akka deggeru mirkanaaʼoo taʼuu dandeenya. Yihowaan kanaan dura tajaajiltoota isaa kan gargaare akkamitti? Yeroo harʼaatti nu gargaaraa kan jiruhoo akkamitti? Fakkeenyota Kitaaba Qulqulluu fi muuxannoo obboloota bara keenya jiranii ilaaluun keenya Yihowaan yoo isatti amanamne akka nu gargaaru amanannaa qabnu nuuf cimsa.