Miiljalee
c Barreeffama Qorannaa Dhugaa Baatota Gargaaruuf Qophaaʼe irraa kutaa “Raajii” jedhu jalatti mata dureewwan waaʼee raajii Kitaaba Qulqulluu ibsan hedduu argachuu dandeessa. Fakkeenyaaf, mata duree “Wanti Yihowaan Dubbate Ni Raawwatama” jedhuu fi Masaraa Eegumsaa Amajjii 1, 2008 irratti baʼe ilaali.