Miiljalee b Seenaawwan Kitaaba Qulqulluu waaʼee obsaa dubbatan argachuuf Barreeffama Qorannaa Dhugaa Baatota Yihowaa Gargaaruuf Qophaaʼerraa mata duree “Miira, Amalaa fi Gocha” jedhu jalaa mata duree xinnaa “Obsa” jedhu ilaaluu dandeessa.