Miiljalee
b Mata dureewwan jw.org irratti kutaa “Gargaarsa Maatiidhaaf Taʼu” jedhu jalatti walitti aananii baʼan argachuu ni dandeessa. Fakkeenyaaf, mata dureewwan armaan gadii ilaaluu dandeessa; hiriyoota gaaʼelaatiif, “Kabaja Argisiisuu—Akkamitti?” fi “Dinqisiifannaa Ibsuu—Akkamitti?”; warraaf, “Mucaan Koo Moobaayilii Akka Qabaatu Heyyamuun Qabaa?” fi “Mucaa Keessan Isa Dargaggeessa Taʼee Wajjin Haasaʼuu Kan Dandeessan Akkamitti?”; dargaggootaafimmoo, “Dhiibbaa Hiriyaa Moʼuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?” fi “Michoota Dhugaa Qabaachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?”