Miiljalee
b Caqasoonni mata duree kana keessatti argaman hedduun wangeela Maarqosirraa fudhataman. Maarqos kan galmeesse wanta Pheexiros isa wanta raawwatamaa ture hunda ija isaatiin argerraa dhagaʼe akka taʼe ifadha.