Miiljalee
a Mata duree kana keessatti barumsi xalayaawwan Pheexiros barreesserraa argannu qorumsa dandamachuuf kan nu gargaaru akkamitti akka taʼe ilaalla. Jaarsoliin itti gaafatamummaa tiksitoota taʼuudhaan qaban baʼuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼes ni baratu.