Miiljalee
c IBSA FAKKII: Yoseefii fi Maariyaam labsii Qeesaar Beetaliheemitti akka galmeeffaman baaseef ajajamaniiru. Kiristiyaanonni yeroo harʼaa jiran seera tiraafikaa, seera gibiraa fi qajeelfama yaalii fayyaa ‘abbootiin taayitaa iddoo ol aanaa qaban’ baasaniif ni ajajamu.