Miiljalee
a Walgaʼiin waggaa Onkoloolessa 7, 2023 Galma Walgaʼii Guguddaa Dhugaa Baatota Yihowaa Niwubargi isa Niwu Yoorki Yuunaayitid Isteetisitti argamu keessatti geggeeffame. Guutummaan sagantichaa yeroo booda, Kutaa 1ffaan JW Biroodkaastingii Sadaasa 2023 irratti, Kutaa 2ffaanimmoo JW Biroodkaastingii Amajjii 2024 irratti baʼeera.