Miiljalee b Yihowaan aarsaa namoonni amanamoon Kiristiyaanummaan hundeeffamuusaa dura jiraatan dhiheessan fudhachaa kan ture, aarsaa Yesuus Kiristoos isa yeroo booda dhihaatuu fi ilmaan namootaa cubbuu fi duʼa jalaa guutummaatti bilisa baasurratti hundaaʼeeti.—Rom. 3:25.