Miiljalee
c “Rakkina [nuu fi Yihowaa] gidduutti uumameef furmaata” kennuuf cubbuu keenya akka nuuf dhiisu isa kadhachuudhaan, akkasumas amala keenya sirreessuudhaan yaada akka geddaranne argisiisuu qabna. Cubbuu cimaa yoo raawwannemmoo, jaarsolii gumii gargaarsa gaafachuu qabna.—Yaq. 5:14, 15.