Miiljalee b Mucaan keessan kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu qoʼatee xumureera taanaan, barumsawwan kutaa 3 fi 4 jalatti argamanii fi waaʼee ulaagaalee naamusaa Kitaaba Qulqulluu ibsan tokko tokko waliin ilaaluu ni dandeessu.