Miiljalee
b Wanti Phaawulos Efesoon 1:10rratti “wantoota samii keessaa” walitti qabuu ilaalchisee dubbatee fi wanti Yesuus Maatewos 24:31 fi Maarqos 13:27rratti “warra isaaf filataman” walitti qabuu ilaalchisee dubbate garaagarummaa qaba. Phaawulos dubbachaa kan ture, waaʼee yeroo Yihowaan hafuurasaatti fayyadamee isaan dibuudhaan ilmaan hafuuraasaa itti filatuuti. Yesuus garuu dubbachaa kan ture, waaʼee yeroo dibamtoonni lafarratti hafan gara samiitti walitti qabamaniiti; kunis kan taʼu yeroo rakkina guddaatti.