Miiljalee
a Ibsawwan dhiifama gochuu argisiisan kan biroon jiraatanis, barreeffamni Afaan Ibrootaa inni jalqabaa ibsa ‘dhiifama dhugaa’ qofa argisiisutti fayyadama. Hiikkaawwan Kitaaba Qulqulluu hedduun ibsa kanatti kan hin fayyadamne taʼus, Hiikni Addunyaa Haaraa garuu Faarfannaa 130:4 irratti karaa adda taʼeen ibseera.