Miiljalee a Pheexiros nama miira hoʼaa qabu waan taʼeef, Yesuus haala garaagaraa keessatti miira akkamii akka argisiisee fi maal akka godhe Maarqosiif ibsuu dandaʼa ture. Maarqos seenaa barreesse keessatti al hedduu miiraa fi gocha Yesuus kan ibse kanaafi.—Mar. 3:5; 7:34; 8:12.