Miiljalee a Bara duriitti yeroo baayʼee magaalota kan bulchu mootii ture. Magaalaan akkasii akka mootummaa mataasaa dandaʼeetti ilaalama ture.—Uma. 14:2.