Miiljalee a Waraana addunyaa Seexanaa isa hamaa balleessuuf geggeeffamu kan hogganu Yesuus waan taʼeef inni yeroo ammaatti Armaagedoon yoom akka jalqabuu fi ‘injifannoo isaa yoom akka xumuru’ beeka jedhanii yaaduun sirriidha.—Mul. 6:2, 19:11-16.