Miiljalee b IBSA JECHAA: Gammachuun amaloota kutaa firii hafuura Waaqayyoo taʼan keessaa tokkodha. (Gal. 5:22) Gammachuu dhugaa argachuuf wanti buʼuura taʼu Yihowaa wajjin hariiroo cimaa qabaachuudha.