Miiljalee
a Kurnoo kennuun “galii namni tokko argatu kudhan keessaa tokko waan murteeffame tokkoof kan adda baafame dha. . . . Yeroo baayʼee kurnoo kennuun Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsame kaayyoo amantiitiif oolu kan argisiisu dha.”—Harper’s Bible Dictionary, fuula 765.