Miiljalee
b Addaam isa nama jalqabaa taʼe irraa cubbuu waan dhaalleef cubbuu raawwachuutti ariifanna. Addaamii fi haati manaa isaa Hewaan Waaqayyo irratti cubbuu raawwatan; kanaan kan kaʼes Addaam abdii bara baraaf jiraachuu dhabe; sanyiin isaas akkasuma taʼan.—Uumama 3:17-19; Roomaa 5:12.