Miiljalee
b Fakkeenyaaf, Macaafa Qulqulluu New International Version jedhamuufi New Jerusalem Bible jedhamu ilaali. Caqasoonni itti dabalaman Maatewos 17:21; 18:11; 23:14; Maarqos 7:16; 9:44, 46; 11:26; 15:28; Luqaas 17:36; 23:17; Yohannis 5:4; Hojii Ergamootaa 8:37; 15:34; 24:7; 28:29 fi Roomaa 16:24 dha. Macaafni Qulqulluun King James Version fi Douay-Rheims Version, 1 Yohannis 5:7, 8rratti, yaada waaʼee sadan waaqa tokkoo ibsu kan itti dabalan Macaafni Qulqulluun erga barreeffamee waggoota dhibbaan lakkaaʼaman boodadha.Fakkeenyaaf, Macaafa Qulqulluu New International Version jedhamuufi New Jerusalem Bible jedhamu ilaali. Caqasoonni itti dabalaman Maatewos 17:21; 18:11; 23:14; Maarqos 7:16; 9:44, 46; 11:26; 15:28; Luqaas 17:36; 23:17; Yohannis 5:4; Hojii Ergamootaa 8:37; 15:34; 24:7; 28:29 fi Roomaa 16:24 dha. Macaafni Qulqulluun King James Version fi Douay-Rheims Version, 1 Yohannis 5:7, 8rratti, yaada waaʼee sadan waaqa tokkoo ibsu kan itti dabalan Macaafni Qulqulluun erga barreeffamee waggoota dhibbaan lakkaaʼaman boodadha.