Miiljalee
b Fakkeenyaaf, mata dureen barruu Marriage & Family Review (Gaaʼelaa fi Maatii) jedhamu irratti baʼe tokko akkana jedha: “Qorannoowwan gaaʼeloota yeroo dheeraadhaaf turan irratti taasifaman sadii akka argisiisanitti, qajeelfama amantii fi amantii wal fakkaataa qabaachuun wantoota buʼuuraa gaaʼelli tokko yeroo dheeraadhaaf (waggaa 25-50 ol) akka itti fufu godhani dha.”—Jildii 38, maxxansa 1, fuula 88 (2005).