Miiljalee
a McClintock fi Strong’s Cyclopedia, Jildii IX, fuula 212, akkana jedheera: “Jechi qurbaana jedhu Kakuu Haaraa keessatti hin argamu; Jechi Giriikii μυστήριον [misteeri’on] jedhu immoo karaa kamiin iyyuu cuuphaa ykn irbaata Gooftaa, ykn ayyaana kam iyyuu kan argisiisu miti.”