Miiljalee
a Galmeen jechootaa Vine’s Expository Dictionary of Old and New Testament Words jedhamu akka jedhutti, jechi Afaan Giriikii “qilee” jedhamee hiikame, “gadi fageenya hin safaramne” argisiisa. King James Version immoo jecha kana, “boolla dhuma hin qabne” jedhee hiika. Kitaaba Qulqulluu keessatti, bakka ykn haala akka mana hidhaa jiruu fi guutummaatti sochiidhaa ala itti taʼan argisiisa.