Miiljalee
b The New Catholic Encyclopedia, Maxxansa Lammaffaa, Jildii 14, fuula 883-884 akkana jedha: “Boojuudhaan fudhatamuun erga hafee yeroo muraasa booda maqaan Yaahwee jedhu maqaa baayʼee qulqulluu taʼe akka taʼetti ilaalamuu jalqabe; kanaaf maqaan kun jechoota ADOONAAYI ykn EELOOHIIM jedhaniin bakka buufamuu jalqabe.”