Miiljalee
a Kitaaba Mulʼataa keessatti amantiin sobaa Baabilon Guddittii, ishii “gaalamoota guddittii” akka taatetti ibsamteetti. (Mulʼata 17:1, 5) Bineensi diimaan Baabilon Guddittii balleessu jaarmiyaa saboota addunyaa kanaa tokko gochuu fi bakka buʼuuf kaayyoo qabu argisiisa. Jalqaba irratti Waldaa Mootummoota Gamtooman kan jedhame yeroo taʼu amma immoo Mootummoota Gamtooman jedhama.