Miiljalee
a Jechi Afaan Ibrootaa “samii” jedhamee hiikame jecha hundeen isaa “guddaa” ykn “ol aanaa” jedhamee hiikame irraa kan dhufe dha. (Fakkeenya 25:3) Kitaaba The New Brown, Driver, and Briggs Hebrew and English Lexicon of the Old Testament jedhamu fuula 1029 ilaali.