Miiljalee
a Kitaabni Qulqulluun itti aansuudhaan Galaatiyaa 5:19-21 irratti jechoota “fi wantoota kana fakkaatan” jedhan waan fayyadamuuf cubbuuwwan ciccimoo 15 tarreeffaman kana qofatu jira jechuu miti. Namni dubbisu sun wantoota “kana fakkaatan” jedhaman keessatti hin ibsamne ofuma isaatiin adda baasee akka hubatu jajjabeesuufi.