Miiljalee
a Kitaaba Qulqulluu keessatti namoonni maqaa tokkoo oliin waamaman kan biroonis jiru; isaanis Yaaqoob (Israaʼel jedhamees ni waamama), Pheexiros (Simoon jedhamees ni waamama), akkasumas Taadewos (Yihudaa jedhamees ni waamama) dha.—Uumama 49:1, 2; Maatewos 10:2, 3; Maarqos 3:18; Hojii Ergamootaa 1:13.