Miiljalee
d Fakkeenyaaf, kitaabni Encyclopaedia Judaica jedhamu yaada Kaabaalaan Tooraadhaaf qabu ilaalchisee akkana jedheera: “Tooraan wantoota adda addaa irratti yaada adda addaa kan qabate taʼus, wanta baayʼee adda taʼe hin qabu” jedheera.—Maxxansa lammaffaa, Jildii 11ffaa, fuula 659.